Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+ Isaayyaas 51:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Qajeelummaan koo dhihaateera.+ Fayyisuun koo gad ni baʼa,+Irreen* koos sabootaaf murtii ni kenna.+ Odolawwan na abdatu,+Irree koos ni eeggatu. Isaayyaas 62:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kunoo, Yihowaan hamma andaara lafaatti akkana jedhee labseera: “Intala Xiyooniin,‘Kunoo, fayyinni kee ni dhufa.+ Kunoo, badhaasni isaa isa bira jira,Gatiin inni kaffalus isa dura jira’ jedhaa.”+
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
5 Qajeelummaan koo dhihaateera.+ Fayyisuun koo gad ni baʼa,+Irreen* koos sabootaaf murtii ni kenna.+ Odolawwan na abdatu,+Irree koos ni eeggatu.
11 Kunoo, Yihowaan hamma andaara lafaatti akkana jedhee labseera: “Intala Xiyooniin,‘Kunoo, fayyinni kee ni dhufa.+ Kunoo, badhaasni isaa isa bira jira,Gatiin inni kaffalus isa dura jira’ jedhaa.”+