-
Ermiyaas 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Namoonni, “Namni tokko haadha manaa isaa yoo manaa baase, ishiinis isa dhiistee kan nama biraa yoo taate, namni kun sana booda ishiitti ni deebiʼaa?” jedhanii gaafatu.
Biyyattiin guutummaatti faalamteetti mitii?+
“Ati michoota hedduu wajjin sagaagalummaa raawwatteetta,+
Maarree, gara kootti deebiʼuu qabdaa?” jedha Yihowaan.
-