-
Faarfannaa 107:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Inni lageen gara gammoojjiitti,
Burqaawwan bishaaniis gara lafa gogaatti ni jijjiira;+
-
Faarfannaa 114:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
114 Israaʼel Gibxii keessaa,
Manni Yaaqoob saba afaan biyya ormaa dubbatu keessaa yommuu baʼetti,+
-
Isaayyaas 42:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Gaarotaa fi tabbawwan nan balleessa,
Biqiltuu isaanii hundumaas nan gogsa.
-
-
Naahom 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Baashaanii fi Qarmeelos ni coolligu,+
Daraaraawwan Libaanonis ni coolligu.
-
-
-
-
-