6 Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne,+
Taʼus akkan dhagaʼuuf gurra koo ni bante.+
Ati aarsaa gubamuu fi aarsaa cubbuu hin gaafanne.+
 7 Anis akkanan jedhe: “Kunoo, ani dhufeera.
Waaʼeen koo maraa kitaabaa irratti barreeffameera.+
 8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.+
Seerri kees garaa koo keessa jira.+