Maatewos 26:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Isaan irraa xinnoo gara fuulduraatti siqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa Abbaa koo, yoo dandaʼame xoofoon+ kun ana irraa haa darbu. Taʼus akka fedhii koo utuu hin taʼin, akka fedhii kee haa taʼu”+ jedhee kadhate.+ Filiphisiyus 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+
39 Isaan irraa xinnoo gara fuulduraatti siqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa Abbaa koo, yoo dandaʼame xoofoon+ kun ana irraa haa darbu. Taʼus akka fedhii koo utuu hin taʼin, akka fedhii kee haa taʼu”+ jedhee kadhate.+
8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+