-
Hisqiʼel 39:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Saboonnis manni Israaʼel boojuudhaan kan fudhataman balleessaa ofii isaaniitiin, akkasumas anaaf amanamoo utuu hin taʼin hafuu isaaniitiin akka taʼe dhugumaan ni hubatu.+ Anis fuula koo isaan duraa nan dhokse;+ harka diinota isaaniitti dabarsee isaan nan kenne;+ hundi isaaniis goraadeedhaan ni kukkufan.
-