-
2 Seenaa Baraa 7:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa. Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan,+ ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’ jedhu.+ 22 Achiis, ‘Isaan Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaa isa biyya Gibxiitii isaan baase+ dhiisanii+ waaqolii kan birootti waan goraniif, waan isaaniif sagadanii fi waan isaan tajaajilaniifi.+ Inni rakkina kana hundumaa kan isaanitti fide kanaafi’ jedhu.”+
-