Faaruu Ermiyaas 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru. Faaruu Ermiyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Xiyoon harka ishii diriirsiteetti;+ garuu kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni isaa warri naannoo isaatti argaman hundi Yaaqoob irratti akka kaʼan Yihowaan ajaja dabarseera.+ Yerusaalem isaan biratti jibbamtuu taateetti.+
2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru.
17 Xiyoon harka ishii diriirsiteetti;+ garuu kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni isaa warri naannoo isaatti argaman hundi Yaaqoob irratti akka kaʼan Yihowaan ajaja dabarseera.+ Yerusaalem isaan biratti jibbamtuu taateetti.+