LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Ijji kee fi garaan kee kan xiyyeeffate garuu buʼaa sirrii hin taane argachuu irratti,

      Dhiiga qulqulluu dhangalaasuu irratti,

      Akkasumas gowwoomsaa fi saamicha raawwachuu irratti qofa dha.’

  • Hisqiʼel 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Innis akkana naan jedhe: “Balleessaan mana Israaʼelii fi mana Yihudaa baayʼee, baayʼee guddaa dha.+ Biyyattiin dhiiga dhangalaasuudhaan,+ magaalattiinis hamminaan guutamteetti.+ Sababiin isaas isaan, ‘Yihowaan biyyattii dhiiseera, akkasumas Yihowaan hin argu’ jedhu.+

  • Maatewos 23:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 kanaafuu, dhiiga Abeel nama qajeelaa+ sana irraa jalqabee hamma dhiiga Zakkaariyaas ilma Baaraakiyaa, isa mana qulqullummaa fi iddoo aarsaa gidduutti+ ajjeestaniitti, dhiiga namoota qajeeloo lafa irratti dhangalaʼe hundumaatiif itti gaafatamtu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi