Isaayyaas 54:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+ Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan. Isaayyaas 60:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+
54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+ Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan.
60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+