LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 86:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Yihowaa, saboonni ati tolchite hundi,

      Dhufanii si duratti ni sagadu,+

      Maqaa keetiifis ulfina ni kennu.+

  • Zakkaariyaas 14:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Saboota Yerusaalem irratti kaʼan hundumaa keessaa warri hafan hundi Mootichaaf, jechuunis Yihowaa Gooftaa Raayyaatiif sagaduu*+ fi Ayyaana Daasii* kabajuuf+ waggaa waggaadhaan ol ni baʼu.+

  • Miilkiyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Sababiin isaas, baha biiftuu irraa kaasee hamma lixa biiftuutti* maqaan koo saboota gidduutti guddaa ni taʼa.+ Maqaan koo saboota gidduutti guddaa waan taʼuuf, iddoo hundumaatti aarsaawwan ni aarfamu, kennaawwanis kennaa qulqulluu taʼanii ulfina maqaa kootiif ni dhihaatu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi