LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Guutummaan andaara lafaa Yihowaa ni yaadata, gara isaattis ni deebiʼa.

      Maatiiwwan sabootaa hundi si duratti ni sagadu.+

  • Sefaaniyaa 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Hundi isaanii harka wal qabatanii akka isa tajaajilaniif,*+

      Maqaa Yihowaas akka waammataniif,

      Yeroo sanatti qooqa sabootaa qooqa qulqulluu tokkotti nan jijjiira.’

  • Maatewos 28:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, dhaqaatii saboota hundumaa keessaa+ namoota barattoota koo godhaa; maqaa Abbaatiin, maqaa Ilmaa fi maqaa hafuura qulqulluutiin isaan cuuphaa;+

  • Mulʼata 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi