Isaayyaas 30:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yihowaan sagaleen+ isaa inni ulfina qabeessa taʼe akka dhagaʼamu ni godha,Inni labooba ibiddaa gubuun,+Bokkaa yandoodhaan,+ bubbee kakawwee qabuu fi cabbii guguddaadhaan+Irreen isaa+ aarii guddaadhaan+ yommuu gad buʼu ni argisiisa. 31 Sagalee Yihowaatiin kan kaʼe Asoor ni romʼiti;+Inni uleedhaan ishii ni rukuta.+
30 Yihowaan sagaleen+ isaa inni ulfina qabeessa taʼe akka dhagaʼamu ni godha,Inni labooba ibiddaa gubuun,+Bokkaa yandoodhaan,+ bubbee kakawwee qabuu fi cabbii guguddaadhaan+Irreen isaa+ aarii guddaadhaan+ yommuu gad buʼu ni argisiisa. 31 Sagalee Yihowaatiin kan kaʼe Asoor ni romʼiti;+Inni uleedhaan ishii ni rukuta.+