16 “Yaa ilma namaa, ulee tokko fuudhiitii, ‘Yihudaa fi namoota Israaʼel warra isaa wajjin jiraniif’+ jedhii irratti barreessi. Sana booda ulee kan biraa fuudhiitii, ‘Yoseefiif, ulee Efreemii fi guutummaa mana Israaʼel warra isaa wajjin jiranii’+ jedhii irratti barreessi.