Isaayyaas 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti. Isaayyaas 24:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Addeessi guutuun ni qaanofti,Aduun iftus ni salphatti,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa Gaara Xiyoon+ irrattii fi Yerusaalem keessatti Mootii taʼeera,+Maanguddoota saba isaa* durattis ulfina qabeessa taʼeera.+
18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti.
23 Addeessi guutuun ni qaanofti,Aduun iftus ni salphatti,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa Gaara Xiyoon+ irrattii fi Yerusaalem keessatti Mootii taʼeera,+Maanguddoota saba isaa* durattis ulfina qabeessa taʼeera.+