LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu.

  • Isaayyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha: “Baayʼinni aarsaawwan keessanii maal na fayyada?+

      Ani aarsaawwan korbeeyyii hoolaa,+ cooma horiiwwan keessan warra gabbatoos+ quufeera,

      Dhiigni+ jibootaa,+ dhiigni hoolota xobbaallaa fi dhiigni reʼootaa+ na hin gammachiisu.

  • Ermiyaas 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan akkana naan jedhe: “Museenii fi Saamuʼel na dura yoo dhaabbatan illee,+ ani saba kanatti gara laafina hin argisiisu.* Ana duraa isaan ariʼi. Haa deeman.

  • Hisqiʼel 24:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Xuraaʼummaan kee, gocha kee isa qaanessaa taʼeen kan dhufe dha.+ Ani si qulqulleessuuf yaalii godheen ture; ati garuu xuraaʼummaa kee irraa hin qulqullooftu. Hamma aariin koo si irraa qabbanaaʼutti ati qulqulluu hin taatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi