-
Ermiyaas 6:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Buufaawwan waxalamaniiru.
Ibiddicha keessaa sibiila irsaasiitu baʼa.
30 Yihowaan waan isaan jibbeef,+
Dhugumaan namoonni meetii jibbame jedhanii isaan waamu.”
-
-
Ermiyaas 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“Ani isaan nan baqsa, isaan nan qoras,+
Intala saba kootii irratti wanta kan biraa akkamiin gochuu dandaʼa?
-