Ermiyaas 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+ Hoseʼaa 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sabni koo anaaf amanamoo taʼuu diduuf kutataniiru.+ Isaan gara oliitti* yoo isaan waaman iyyuu, kan ol kaʼe hin jiru.
7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+
7 Sabni koo anaaf amanamoo taʼuu diduuf kutataniiru.+ Isaan gara oliitti* yoo isaan waaman iyyuu, kan ol kaʼe hin jiru.