57 Kana malees, isaan isa irraa ni garagalan, akka abbootii isaaniis gantoota turan.+
Akkuma iddaa laafeetti kan hin amansiisne turan.+
58 Iddoowwan ol kaʼoo isaaniitiin irra deddeebiʼanii isa dheekkamsiisan,+
Fakkiiwwan isaanii warra bocamaniinis aariidhaaf isa kakaasan.+