Isaayyaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaan hafuura murtiittii fi hafuura gubutti*+ fayyadamee xurii* ijoollee durbaa Xiyoon yommuu dhiquu+ fi dhiiga Yerusaalem dhangalaaste ishii gidduudhaa yommuu qulqulleessu, Isaayyaas 48:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kunoo, akka meetiitti taʼuu baatus si qulqulleesseera.+ Rakkina akka iddoo ibiddaa sibiila itti baqsanii taʼe keessatti si qoreera.*+
4 Yihowaan hafuura murtiittii fi hafuura gubutti*+ fayyadamee xurii* ijoollee durbaa Xiyoon yommuu dhiquu+ fi dhiiga Yerusaalem dhangalaaste ishii gidduudhaa yommuu qulqulleessu,
10 Kunoo, akka meetiitti taʼuu baatus si qulqulleesseera.+ Rakkina akka iddoo ibiddaa sibiila itti baqsanii taʼe keessatti si qoreera.*+