-
Isaayyaas 10:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Guyyaa sanatti warri Israaʼel keessaa hafan,
Warri mana Yaaqoob keessaa oolanis
Qaama isaan rukute irratti hin hirkatan;+
Kanaa mannaa, amanamummaadhaan Yihowaa irratti,
Isa Qulqulluu kan Israaʼel irratti ni hirkatu.
-