5 “Gara Hisqiyaas isa geggeessaa saba kootii taʼetti deebiʼiitii akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan inni Waaqa Daawit abbaa keetii taʼe akkana jedha: “Kadhannaa kee dhagaʼeera. Imimmaan kees argeera.+ Kunoo, sin fayyisa.+ Guyyaa sadaffaatti gara mana Yihowaatti ol ni baata.+