Fakkeenya 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ijji Yihowaa bakka hundumaa jira,Namoota hamoos namoota gaariis ni ilaala.+ Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+