-
Ermiyaas 17:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Namoonnis magaalota Yihudaa keessaa, iddoowwan naannoo Yerusaalemitti argaman keessaa, biyya Biiniyaam+ keessaa, gammoojjii keessaa,+ naannoo gaarotaa keessaa, akkasumas Negeeb* keessaa, aarsaawwan guutummaatti gubaman,+ aarsaawwan kaan,+ aarsaawwan midhaanii,+ ixaana adii fi aarsaawwan galataa gara mana Yihowaatti fidanii dhufu.+
-