Ermiyaas 36:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Maraa kitaabaa tokko fudhadhuutii dubbii ani guyyaan jalqaba bara Yosiyaasitti sitti dubbadhe irraa kaasee hamma harʼaatti Israaʼel, Yihudaa+ fi saboota hundumaa+ irratti dubbadhe hundumaa achi irratti barreessi.+ Ermiyaas 36:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+
2 “Maraa kitaabaa tokko fudhadhuutii dubbii ani guyyaan jalqaba bara Yosiyaasitti sitti dubbadhe irraa kaasee hamma harʼaatti Israaʼel, Yihudaa+ fi saboota hundumaa+ irratti dubbadhe hundumaa achi irratti barreessi.+
4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+