LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+

      Inni humni isaanii akka laafe,

      Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,

      Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+

  • Ermiyaas 18:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ani sabni yookiin mootummaan tokko akka buqqifamu, akka diigamuu fi akka balleeffamu yommuun dubbadhutti,+ 8 sabni sunis hammina isaa isan mormee dubbadhe sana yoo dhiise, anis badiisa isan irratti fiduuf yaade ilaalchisee yaada koo nan jijjiira.*+

  • Miikiyaas 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqni akka keetti

      Warra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+

      Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,

      Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi