LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kunoo, ani harʼa sabootaa fi mootummoota irratti ol aantummaa akka qabaattu, akka buqqistuu fi akka jigsitu, akka balleessituu fi akka diigdu, akka ijaartuu fi akka dhaabduuf si muudeera.”+

  • Ermiyaas 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan olloota koo warra hamoo, warra dhaala isan sabni koo Israaʼel akka dhaalu godhe tuqan sana hundumaa+ ilaalchisee akkana jedha: “Kunoo, lafa isaanii irraa isaan nan buqqisa;+ mana Yihudaas isaan gidduudhaa nan buqqisa.

  • Ermiyaas 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 ani maatiiwwan kaabaa hundumaatti,+ tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar* mootii Baabilonittis dhaamsa ergee,+ biyya kana irratti, jiraattota ishii irrattii fi saboota naannoo kanatti argaman hundumaa irratti isaan nan fida”+ jedha Yihowaan. “Haxaaʼee isaan nan balleessa, wanta sodaachisaa fi kan itti siiqsamu akka taʼan, akkasumas yeroo hundumaatiif ona akka taʼan isaan nan godha.

  • Ermiyaas 45:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani guutummaa biyyattii keessatti wantan ijaare nan diiga, wantan dhaabes nan buqqisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi