LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kun hundi isaan irra gaʼus, yeroo isaan biyya diinota isaanii keessa jiranitti ani guutummaatti isaan dhiisuudhaan+ yookiin guutummaatti hamman isaan balleessutti isaan gatuudhaan kakuun isaanii wajjin gale hin cabsu;+ ani Waaqa isaanii Yihowaa dha.

  • Isaayyaas 27:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti xurumbaa* guddaan tokko ni afuufama;+ warri biyya Asoor+ keessatti balleeffamuu jala gaʼanii turanii fi warri biyya Gibxii+ keessa faffacaʼan dhufanii gaara qulqulluu Yerusaalem keessa jiru irratti Yihowaadhaaf ni sagadu.+

  • Ermiyaas 44:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namoonni Yihudaa irraa hafan warri biyya Gibxii keessa jiraachuuf dhaqan sun miliqanii yookiin oolanii biyya Yihudaatti hin deebiʼan. Isaan deebiʼanii achi jiraachuuf ni hawwu;* garuu namoota miliqan muraasa malee, isaan achitti hin deebiʼan.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi