- 
	                        
            
            Isaayyaas 43:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
43 Yaa Yaaqoob, Uumaan kee,
Yaa Israaʼel, Yihowaan inni si tolche+ akkana jedha:
“Ani waanan si fureef,+ hin sodaatin.
Ani maqaa keetiin si waameera.
Ati kan koo ti.
2 Ati yommuu bishaan keessa ceetu ani sii wajjin nan taʼa.+
Yommuu lageen keessa ceetus isaan si hin liqimsan.+
Ati yommuu ibidda keessa darbitu hin gubattu,
Laboobni isaas si hin waxalu.
 
 -