-
Ermiyaas 9:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani isa dhaqna qabate, garuu immoo dhugumaan dhaqna hin qabanne hundumaa,+ 26 jechuunis warra Gibxii,+ warra Yihudaa+ fi warra Edoom,+ Amoonotaa+ fi Moʼaabota,+ akkasumas warra rifeensi illee* isaanii haadamee fi lafa onaa keessa jiraatan hundumaa itti adabu ni dhufa;+ sababiin isaas, saboonni hundi dhaqna hin qabanne; guutummaan mana Israaʼelis garaan isaanii dhaqna hin qabamne.”+
-
-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-