Faaruu Ermiyaas 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Namoonni aaduu koo dhagaʼaniiru; garuu kan na jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni koo hundi badiisa koo dhagaʼaniiru. Ati badiisa waan natti fiddeef isaan gammadaniiru.+ Ati garuu guyyaa isaan akkuma koo akka taʼan+ labsite sana ni fidda.+
21 Namoonni aaduu koo dhagaʼaniiru; garuu kan na jajjabeessu tokko illee hin jiru. Diinonni koo hundi badiisa koo dhagaʼaniiru. Ati badiisa waan natti fiddeef isaan gammadaniiru.+ Ati garuu guyyaa isaan akkuma koo akka taʼan+ labsite sana ni fidda.+