-
Isaayyaas 51:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Gooftaan kee Yihowaan, Waaqni kee inni saba isaatiif falmu akkana jedha:
“Kunoo, ani xoofoo nama gatantarsu,+
Xoofoo, eeyyee, xoofoo dheekkamsaa koo si harkaa nan fudhadha;
Atis matumaa lammata isa hin dhugdu.+
23 Anis xoofoo sana harka warra si dhiphisan,
Warra, ‘Nuti akka si irra deemnuuf gombifami!’ siin jedhan sanaa keessa nan kaaʼa.+
Atis akka si irra deemaniif
Dugda kee akkuma lafaa, akkuma daandiis isaaniif gooteetta.”
-