LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoota magaalattii keessatti hafan kaan, gantoota gara mootii Baabilonitti goranii fi uummata isa hafe kaan boojiʼee fudhate.+ 12 Haa taʼu malee, ajajaan waardiyyootaa sun namoonni biyyattii baayʼee hiyyeeyyii taʼan tokko tokko maasii wayinii keessatti akka tajaajilanii fi hojii dirqamaa akka hojjetaniif achumatti isaan dhiise.+

  • Ermiyaas 39:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Nebuzaradaan+ inni ajajaa waardiyyootaa taʼes namoota magaalattii keessatti hafan, gantoota gara isaatti goranii fi warra achitti hafan hundumaa boojiʼee gara Baabilonitti geesse.

      10 Haa taʼu malee, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoota baayʼee hiyyeeyyii taʼan warra homaa hin qabne tokko tokko biyya Yihudaa keessatti dhiise. Guyyaa sanatti maasiiwwan wayinii fi maasiiwwan qotatan isaaniif ni kenne.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi