LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sababiin isaas, ani sagalee akka sagalee dubartii dhukkubsattee taʼe,

      Dhiphina akka dhiphina dubartii mucaa ishii isa angafaa daʼuuf ciniinsifachaa jirtuu taʼe,

      Sagalee intala Xiyoon ishii hafuurri ishii ciccitaa jiru sanaas dhagaʼeera.

      Ishiin harka ishii diriirsitee,+

      “Warra ajjeesan sanaan kan kaʼe waanan dadhabeef, anaaf wayyoo!” jetti.

  • Hisqiʼel 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaan keessaa warri miliqanii oolan gaarotatti ol baʼu; tokkoon tokkoon isaaniis balleessaa isaaniitiin kan kaʼe akkuma gugee* sulula keessa jirtuutti ni aadu.+

  • Miikiyaas 1:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Kanaan kan kaʼes ani nan gadooda, nan aadas;+

      Miila duwwaa fi qullaa koo nan deema.+

      Akkuma sardiidaatti nan iyya,

      Akkuma guchiittis nan gadda.

       9 Sababiin isaas, madaan ishii fayyuu hin dandaʼu;+

      Yihudaa biras gaʼeera.+

      Dhaʼichi sun hamma karra saba kootti, hamma Yerusaalemitti babalʼateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi