Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, Faarfannaa 89:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+