LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+

  • Baʼuu 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ani harka warra Gibxii jalaa isaan oolchuuf,+ akkasumas biyya sana keessaa isaan baasee gara biyya gaarii fi balʼaa taatetti, gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti,+ naannoo Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti isaan galchuuf gad nan buʼa.+

  • Leewwota 20:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani akkana kanan isiniin jedhe kanaafi: “Biyya isaanii dhaalaan ni qabattu; anis biyya aannanii fi damma maddisiistu dhaalaan isiniif nan kenna.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa isa saboota irraa adda isin baase sana dha.”+

  • Keessa Deebii 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yaa Israaʼel, akkuma Waaqni abbootii keetii Yihowaan waadaa siif galetti, ati biyya aannanii fi damma maddisiistu keessatti badhaadhaa fi baayʼee hedduu akka taatuuf dhaggeeffadhu, of eeggannoodhaanis hojii irra isaan oolchi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi