LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni akka muka bishaan yaaʼu biratti dhaabamee,

      Akka muka waqtii isaatti firii godhatuu,

      Baalli isaas hin coollignee ni taʼa.

      Wanti inni godhu hundis isaaf ni milkaaʼa.+

  • Faarfannaa 92:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni qajeelaan garuu akkuma muka meexxiitti ni lalisa,

      Akka gaattiraa Libaanonittis ni guddata.+

      13 Isaan mana Yihowaa keessa dhaabamaniiru;

      Mooraawwan Waaqa keenyaa keessattis ni lalisu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi