LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Tiksitoota akka fedhii* kootti hojjetan isiniif nan kenna;+ isaanis beekumsaa fi hubannaadhaan isin ni sooru.

  • Yohaannis 21:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ciree erga nyaatanii boodas, Yesuus Simoon Pheexirosiin, “Yaa Simoon ilma Yohaannis, isaan kana caalaa na jaallattaa?” jedhe. Innis “Eeyyee, yaa Gooftaa, baayʼee akkan si jaalladhu ati iyyuu beekta” jedhee isaaf deebise. Yesuusis, “Hoolota* koo soori” isaan jedhe.+

  • Hojii Ergamootaa 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ofii keessaniifis taʼe guutummaa tuuta hoolotaatiif xiyyeeffannaa kennaa;+ sababiin isaas, gumii Waaqayyoo isa inni dhiiga Ilma isaatiin bite+ tiksee taatanii akka eegdaniif,+ hafuurri qulqulluun ilaaltota ol aanaa godhee irratti isin muudeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi