LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 48:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa Moʼaabiin+ ilaalchisee akkana jedha:

      “Ishiin waan balleeffamteef, Neboodhaaf+ wayyoo!

      Qiriyaataayim+ qaaneffamteetti, qabamteettis.

      Iddoo amansiisaan kooluu itti galamu* qaaneffameera, caccabeeras.+

  • Hisqiʼel 25:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Moʼaabii+ fi Seʼiir,+ “Kunoo, manni Yihudaa akkuma saboota kan biroo hundumaa ti” waan jedhaniif, 9 magaalota isaa warra hundumaa caalaa gaggaarii taʼan, jechuunis Beet Yeshiimoot, Baʼaal Meʼoonii fi Qiriyaataayim+ dabalatee magaalonni daangaa Moʼaab irratti argaman akka haleelaman nan godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi