LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Murtii Moʼaab irratti dabarfame:+

      Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,

      Aar+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti.

      Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,

      Qiir+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti.

  • Ermiyaas 48:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa Moʼaabiin+ ilaalchisee akkana jedha:

      “Ishiin waan balleeffamteef, Neboodhaaf+ wayyoo!

      Qiriyaataayim+ qaaneffamteetti, qabamteettis.

      Iddoo amansiisaan kooluu itti galamu* qaaneffameera, caccabeeras.+

  • Amoos 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yihowaan akkana jedha:

      ‘“Fincila* Moʼaab siʼa sadii,+ eeyyee siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani murtoo koo hin jijjiiru;

      Sababiin isaas, inni nooraadhaaf jedhee lafee mootii Edoom gubeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi