-
Hisqiʼel 28:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Yaa ilma namaa, fuula kee gara Siidoonitti+ naannessiitii ishii irratti raajii dubbadhu.
-
-
Yooʼel 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yaa Xiiros, Siidoonii fi naannoowwan Filisxeem hundi,
Isin maal na irraa qabdu?
Wantan isin irratti raawwadhe tokkoof gatii naaf deebisaa jirtuu?
Gatii koo naaf deebisaa jirtu taanaan,
Saffisa guddaadhaan wanta isin yaaddan mataa keessan irratti nan deebisa.+
-