-
Hisqiʼel 39:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “‘Boojuudhaan gara sabootaatti ergan isaan ergee booda, nama tokko illee utuu hin hambisin yommuun gara biyya isaaniitti deebisee walitti isaan qabutti, isaan ani Waaqa isaanii Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.+
-