Isaayyaas 35:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Lafti waxalamaan bishaan kuufamaa biqiltuudhaan guutame,Lafti dheebotaanis burqaawwan bishaanii ni taʼa.+ Holqa sardiidonni itti boqotan keessa+Margi lalisaan, shomboqqoonii fi dhallaadduun ni jiraata. Isaayyaas 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+
7 Lafti waxalamaan bishaan kuufamaa biqiltuudhaan guutame,Lafti dheebotaanis burqaawwan bishaanii ni taʼa.+ Holqa sardiidonni itti boqotan keessa+Margi lalisaan, shomboqqoonii fi dhallaadduun ni jiraata.
10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+