LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Dhaqiitii dubbii kana kaabatti+ labsi:

      “‘“Yaa Israaʼel ishii gantuu taate nana, deebiʼi” jedha Yihowaan.’+ ‘“Ani amanamaa waanan taʼeef, aariidhaan gad si hin ilaalu”*+ jedha Yihowaan.’ ‘“Ani bara baraaf hin mufadhu.

  • Ermiyaas 31:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Yihowaan akkana jedha: “‘Wanta isaan raawwatan hundumaatiif sanyii Israaʼel hundumaa kanan gatu, samiiwwan ol gubbaatti argaman safaruun, hundeewwan lafaa warra gaditti argaman biras gaʼuun yoo dandaʼame qofa dha’ jedha Yihowaan.”+

  • Ermiyaas 32:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Anis wanta gaarii isaaniif gochuu akkan hin dhiisne+ kakuu bara baraa isaanii wajjin nan gala;+ akka isaan ana irraa hin garagalleefis garaa isaanii keessa na sodaachuun akka jiraatu nan godha.+

  • Miikiyaas 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqni akka keetti

      Warra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+

      Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,

      Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi