LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni hamaan daandii isaa,

      Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

      Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

      Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

  • Hisqiʼel 33:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, ani duʼa nama hamaatti hin gammadu;+ kanaa mannaa, namni hamaan daandii isaa jijjiiree+ lubbuudhaan akka jiraatun barbaada.+ Yaa mana Israaʼel, deebiʼaa, daandii keessan isa hamaa irraa deebiʼaa;+ maaliif duutu?”’+

  • 2 Pheexiros 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi