LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni hamaan daandii isaa,

      Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

      Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

      Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

  • Ermiyaas 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yaa ilmaan gantoota taatan nana, deebiʼaa.

      Ani isin nan fayyisa, isinis kana booda gantoota hin taatan.”+

      “Yaa Yihowaa, ati Waaqa keenya waan taateef,

      Kunoo, nuti gara kee dhufneerra.+

  • Ermiyaas 25:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isaanis akkana jedhu turan: ‘Maaloo, tokkoon tokkoon keessan daandii keessan isa hamaa fi gocha keessan isa hamaa irraa deebiʼaa;+ akkana yoo gootan, biyya Yihowaan bara dheeraa dura isinii fi abbootii keessaniif kenne keessa yeroo dheeraadhaaf ni jiraattu.

  • Hojii Ergamootaa 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi