LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Isin achuma taatanii Waaqa keessan Yihowaa yoo barbaaddattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan yoo isa barbaaddattan+ dhugumaan isa ni argattu.+

  • 2 Seenaa Baraa 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 sabni koo warri maqaa kootiin waamaman+ yoo gad of qaban,+ kadhannaa yoo dhiheessan, fuula koo yoo barbaaddatanii fi daandii isaanii isa hamaa irraa yoo deebiʼan,+ ani samii keessaa isaan nan dhagaʼa; cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa; biyya isaaniis nan fayyisa.+

  • 2 Seenaa Baraa 34:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 wanta inni iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti dubbate dhageessee garaan kee waan tuqameef,* Waaqayyo duratti waan gad of qabdeef, na duratti gad of qabdee uffata kee waan tarsaasteef, akkasumas na duratti waan boosseef, anis si dhagaʼeera+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi