Isaayyaas 47:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+ Ermiyaas 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, ani dheekkamsa Yihowaatiin nan guutame,Isas of keessatti qabachuu nan dadhabe.”+ “Mucaa daandii irra jiru irratti,+Tuuta dargaggootaa walitti qabame irratti isa dhangalaasi. Dhiirri haadha manaa isaa wajjin,Maanguddoonnis warra baayʼee dulloomanii* wajjin ni boojiʼamu.+ Faaruu Ermiyaas 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Fuulli Yihowaa isaan bittinneesseera;+Inni kana booda gaarummaa isaanitti hin argisiisu. Namoonni luboota hin kabajan,+ jaarsoliittis gaarummaa hin argisiisan.”+
6 Ani saba kootti nan dheekkame.+ Dhaala koo nan xureesse,+Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+ Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+ Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+
11 Kanaafuu, ani dheekkamsa Yihowaatiin nan guutame,Isas of keessatti qabachuu nan dadhabe.”+ “Mucaa daandii irra jiru irratti,+Tuuta dargaggootaa walitti qabame irratti isa dhangalaasi. Dhiirri haadha manaa isaa wajjin,Maanguddoonnis warra baayʼee dulloomanii* wajjin ni boojiʼamu.+
16 Fuulli Yihowaa isaan bittinneesseera;+Inni kana booda gaarummaa isaanitti hin argisiisu. Namoonni luboota hin kabajan,+ jaarsoliittis gaarummaa hin argisiisan.”+