LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Dhiphina guddaa keessa yommuu galtuu fi wantoonni kun hundi yeroo booda yommuu si irra gaʼan, ati gara Waaqa kee Yihowaatti ni deebita, sagalee isaas ni dhageessa.+

  • Faarfannaa 80:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Waaqayyo, iddoo keenyatti nu deebisi;+

      Akka oolluuf, fuulli kee nu irratti haa ifu.+

  • Faarfannaa 85:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Waaqa fayyinaa keenyaa, iddoo keenyatti nu deebisi,*

      Nutti gadduu kees dhiisi.+

  • Ermiyaas 31:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Efreem aaduu isaa ani dhugumaan dhagaʼeera,

      ‘Ati akkuma jabbii hin leenjifamneetti,

      Na sirreessite, anis of nan sirreesse.

      Ati Waaqa koo Yihowaa waan taateef,

      Na deebisi, anis yeruma sana nan deebiʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi