Hisqiʼel 34:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Ani Yihowaan Waaqa isaanii nan taʼa;+ tajaajilaan koo Daawitis isaan gidduutti geggeessaa ni taʼa.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera. Luqaas 1:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+
24 Ani Yihowaan Waaqa isaanii nan taʼa;+ tajaajilaan koo Daawitis isaan gidduutti geggeessaa ni taʼa.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera.
32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+